Filiphisiyus 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Karaa isa humna naaf kennu sanaatiin jabina waan hundumaatiif na barbaachisu qaba.+ Mulʼata 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 ‘Ani rakkina kee fi hiyyummaa kee beeka, garuu ati sooressa dha;+ akkasumas dubbii arrabsoo warri utuu Yihudoota hin taʼin Yihudoota ofiin jedhanii fi mana sagadaa Seexanaa+ taʼan dubbatan beeka.
9 ‘Ani rakkina kee fi hiyyummaa kee beeka, garuu ati sooressa dha;+ akkasumas dubbii arrabsoo warri utuu Yihudoota hin taʼin Yihudoota ofiin jedhanii fi mana sagadaa Seexanaa+ taʼan dubbatan beeka.