LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 14:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni gowwaan* garaa isaatti,

      “Yihowaan hin jiru”+ jedha.

      Namoonni akkanaa gochi isaanii mancaʼaa dha, wanti isaan hojjetanis jibbisiisaa dha;

      Wanta gaarii kan hojjetu tokko illee hin jiru.+

       2 Yihowaan garuu namni hubannaa qabuu fi namni Yihowaa barbaaddatu jiraachuu fi dhiisuu isaa ilaaluuf,

      Samii irraa gara ilmaan namootaa gad ni ilaala.+

       3 Hundi isaanii karaa irraa goraniiru;+

      Hundi isaanii mancaʼaniiru.

      Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru,

      Tokko illee hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi