Miilkiyaas 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, ani wal hiikuu nan jibba”*+ jedha Yihowaan Waaqni Israaʼel; “nama jalʼinaan uffata isaa faalus* nan jibba” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “Hafuura keessan eeggadhaa; gantummaas hin raawwatinaa.+ Maatewos 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, isaan sana booda foon tokko dha malee lama miti. Egaa, wanta Waaqayyo walitti hidhe namni kam iyyuu gargar hin baasin.”+ Efesoon 5:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Taʼus, tokkoon tokkoon keessan akkuma of jaallattanitti haadha manaa keessan jaalladhaa;+ karaa biraa immoo, haati manaa abbaa manaa ishiitiif ulfina guddaa haa kennitu.+
16 Sababiin isaas, ani wal hiikuu nan jibba”*+ jedha Yihowaan Waaqni Israaʼel; “nama jalʼinaan uffata isaa faalus* nan jibba” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “Hafuura keessan eeggadhaa; gantummaas hin raawwatinaa.+
6 Kanaafuu, isaan sana booda foon tokko dha malee lama miti. Egaa, wanta Waaqayyo walitti hidhe namni kam iyyuu gargar hin baasin.”+
33 Taʼus, tokkoon tokkoon keessan akkuma of jaallattanitti haadha manaa keessan jaalladhaa;+ karaa biraa immoo, haati manaa abbaa manaa ishiitiif ulfina guddaa haa kennitu.+