18 “Ilaa, tajaajilaan koo+ inni ani filadhe, inni ani jaalladhu, inni ani* itti gammadu+ isa kana! Ani hafuura koo isa irra nan kaaʼa;+ innis haqni maal akka taʼe sabootaaf ifa godha.
12 Kana malees, fayyinni nama kan biraa eenyuun iyyuu hin argamu; sababiin isaas, akka ittiin fayyinuuf samiidhaa gaditti+ maqaan namootaaf kenname kan biraan hin jiru.”+