LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 12:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isa tokkoof karaa hafuura sanaa kennaa ogummaadhaan dubbachuutu kennama; isa tokkoof immoo hafuuruma sanaan dandeettii beekumsaan dubbachuutu kennama;

  • 1 Qorontos 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 isa tokkoof dinqii hojjechuu,+ isa tokkoof raajii dubbachuu, isa tokkoof wanta geggeessaa hafuuraatiin dubbatame hubachuu,+ isa tokkoof qooqa biraadhaan dubbachuu,+ isa tokkoof immoo qooqa biraa hiikuutu kennama.+

  • 1 Qorontos 14:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ani hundi keessan qooqa biraadhaan akka dubbattan nan barbaada;+ caalaatti garuu raajii akka dubbattan nan filadha.+ Eeyyee, inni qooqa biraadhaan dubbatu gumichi jajjabina akka argatuuf yoo hiikuu baate, inni raajii dubbatu isa qooqa biraadhaan dubbatu irra ni caala.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi