LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 8:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Kunis akkuma, “Nuti sababii keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra” jedhamee barreeffametti dha.+

  • 2 Qorontos 11:23-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isaan tajaajiltoota Kiristoosii? Akka nama maraateettan dubbadha, ani hundumaa nan caala: Isaan caalaa hojjedheera,+ yeroo baayʼee hidhameera,+ rukuttaa lakkoofsa hin qabne rukutameera, akkasumas yeroo baayʼee duʼa jala gaʼeera.+ 24 Yihudoonni, 40 jechuuf tokko hanquu siʼa shan na garafaniiru,+ 25 Siʼa sadii uleedhaan reebameera,+ yeroo tokko dhagaadhaan tumameera,+ siʼa sadii dooniin ani ittiin deemu caccabeera,+ guyyaa tokkoo fi halkan tokko galaana irra tureera; 26 yeroo baayʼee karaa deemeera, lageen irraa balaan, saamtota irraa balaan, saba koo irraa balaan,+ saboota kaan irraa balaan,+ magaalaa keessatti balaan,+ lafa onaa keessatti balaan, galaana irratti balaan, akkasumas obboloota sobaa irraa balaan na irra gaʼeera; 27 baayʼee dhamaʼeera, dadhabeeras, halkan hedduu hirriba malee buleera,+ beelaʼeera, dheebodheeras,+ yeroo baayʼee hagabuu taʼeera,+ dhaamodheera, akkasumas daareera.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi