LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, namni* seera eeguudhaan isa duratti qajeelaa jedhamuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+ sababiin isaas, cubbuun maal akka taʼe sirriitti kan beeksise seera dha.+

  • Roomaa 7:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, Seerichi qulqulluu dha, ajajichis qulqulluu, qajeelaa fi gaarii dha.+

      13 Egaa wanta gaarii taʼe kanatu duʼa natti fidee? Matumaa! Kanaa mannaa, kan na ajjeese cubbuu dha; Seerichi inni gaarii taʼe cubbuun duʼa akka fidu ifa godheera;+ akka kanaan ajajichi cubbuun hammam akka hammaatu ifa godheera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi