LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 18:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 hojiin isaanii tokko waan tureef, mana isaanii taaʼee isaanii wajjin hojjeta ture;+ hojiin isaanii dunkaana hodhuu ture.

  • Hojii Ergamootaa 20:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Wanta anaafis taʼe warra anaa wajjin jiraniif barbaachisu dhiheessuuf harka koo kanaan akkan hojjedhe+ isinumti iyyuu beektu.

  • 1 Tasalonqee 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yaa obbolootaa, dadhabbii fi dhamaatii keenya akka gaariitti ni yaadattu. Misiraachoo Waaqayyoo yeroo isiniif labsinetti, isin keessaa nama tokko illee baasii hedduu baasisuudhaan baʼaa akka isinitti hin taanetti halkanii fi guyyaa hojjenna turre.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi