-
Hojii Ergamootaa 20:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Wanta anaafis taʼe warra anaa wajjin jiraniif barbaachisu dhiheessuuf harka koo kanaan akkan hojjedhe+ isinumti iyyuu beektu.
-
-
2 Qorontos 11:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, utuun isin bira jiruu yeroon rakkadhee turetti, obboloonni Maqedooniyaadhaa dhufan wanta na barbaachisu hunda waan naa kennaniif, ani nama tokkotti illee baʼaa hin taane.+ Eeyyee, karaa kamiin iyyuu baʼaa akkan isinitti hin taaneef of eeggachaan ture; gara fuulduraattis of eeggachuu koo ittan fufa.+
-
-
2 Tasalonqee 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Eeyyee, yeroo isin bira turre ajaja, “Namni hojjechuu hin barbaanne kam iyyuu hin nyaatin” jedhu irra deddeebinee isiniif kennaa turre.+
-