LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 34:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Maleekaan Yihowaa naannoo warra Waaqayyoon sodaatan hundumaa ni buufata.+

      Isaan ni oolchas.+

  • Faarfannaa 34:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Rakkinni nama qajeelaa hedduu dha,+

      Yihowaan garuu hunduma isaa jalaa isa ni oolcha.+

  • 2 Ximotewos 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Gooftaan hojii hamaa hundumaa irraa na oolcha, Mootummaa isaa isa samiittis na galcha.+ Baraa hamma bara baraatti ulfinni isaaf haa taʼu. Ameen.

  • 2 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi