Faarfannaa 112:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+ צ [Tsadee] Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+ ק [Qoof] Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama.
9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+ צ [Tsadee] Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+ ק [Qoof] Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama.