Keessa Deebii 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, hiyyeeyyiin yeroo hundumaa biyyattii keessa ni jiraatu.+ ‘Obboleessa kee isa rakkataa fi isa hiyyeessa biyya kee keessatti argamuuf arjummaadhaan harka kee bani’ jedhee kanan si ajaju kanaafi.+ Fakkeenya 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+ Fakkeenya 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+
11 Sababiin isaas, hiyyeeyyiin yeroo hundumaa biyyattii keessa ni jiraatu.+ ‘Obboleessa kee isa rakkataa fi isa hiyyeessa biyya kee keessatti argamuuf arjummaadhaan harka kee bani’ jedhee kanan si ajaju kanaafi.+
24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+
17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+