LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 6:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Duʼa akka isaa duʼuudhaan isaa wajjin tokkummaa yoo qabaanne,+ duʼaa kaʼuu akka isaa argachuudhaanis isaa wajjin tokkummaa akka qabaannu beekamaa dha.+

  • Roomaa 8:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kana qofa utuu hin taʼin, nuti warri firii jalqabaa taane, jechuunis warri hafuuricha argannes, ofii keenyaan keessa keenyatti aadaa+ yeroo furichaan foon keenya irraa hiikamnuu fi Waaqayyo akka ilmaan isaatti itti nu guddisu hawwii guddaadhaan eegganna.+

  • 1 Qorontos 15:48, 49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Warri biyyoo irraa tolfaman akkuma isa biyyoo irraa tolfame sanaa ti; warri samii irraa taʼanis akkuma isa samii irraa taʼe sanaa ti.+ 49 Akkuma bifa isa biyyoo irraa tolfame sanaa uffanne,+ bifa isa samii irraa taʼe sanaas ni uffanna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi