-
2 Qorontos 11:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haa taʼu malee, akkuma bofichi haxxummaa isaatiin Hewaaniin gowwoomse,+ sammuun keessan karaa taʼe tokkoon mancaʼee amanamummaa fi qulqullummaa Kiristoosiif taʼu irraa ni garagala jedheen sodaadha.+ 4 Sababiin isaas, namni tokko dhufee Yesuus isa nuti isiniif lallabne sana irraa adda taʼe yoo isiniif lallabe yookiin hafuura kanaan dura fudhattan irraa adda taʼe yookiin misiraachoo kanaan dura fudhattan irraa adda taʼe+ yoo fide isin wanta inni jedhu salphaatti fudhattu.
-
-
Galaatiyaa 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isin akka gaariitti fiigaa turtan.+ Maarree dhugaadhaaf ajajamuu keessan akka itti hin fufne kan isin dhowwe eenyu?
-