-
1 Pheexiros 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu ilaalchisee raajii dubbatan, waaʼee fayyina kanaa cimsanii gaafachaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.+
-
-
1 Pheexiros 1:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isaan ofii isaanii tajaajilaa akka hin turre isaanitti mulʼifamee ture; kanaa mannaa, hafuura qulqulluu samiidhaa ergameen+ karaa namoota misiraachoo isiniif labsan sanaatiin wantoota isinitti himamanii wajjin haala wal qabateen isin tajaajilaa turan. Maleekonni illee wantoota kana ilaaluuf hawwii guddaa qabu.
-