Yohaannis 15:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ Hojii Ergamootaa 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+
4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+