-
Hojii Ergamootaa 1:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda utuma isaan ilaalanii ol fudhatame; duumessis ija isaanii duraa isa dhokse.+
-
-
1 Ximotewos 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Dhuguma iyyuu, iccitii qulqulluun Waaqayyoof buluu kun shakkii tokko malee guddaa dha: ‘Inni fooniin akka mulʼatu godhame,+ hafuuraan qajeelaa akka taʼe dubbatame,+ maleekotatti mulʼate,+ waaʼeen isaa saboota gidduutti lallabame,+ addunyaa keessatti itti amaname,+ akkasumas ulfinaan ol fudhatame.’
-