-
Maatewos 10:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+ 3 Filiphoosii fi Bartolomewos,+ Toomaasii+ fi Maatewos+ isa qaraxa sassaabu, Yaaqoob ilma Alfewoos, Taadewos, 4 Simoon isa hinaafticha, akkasumas Yihudaa Asqoroticha isa yeroo booda dabarsee isa kenne.+
-