7 Isin yeroon hidhamee jirutti,+ akkasumas misiraachichaaf falmuu fi seera duratti fudhatama akka argatu gochuuf yaalaa turetti,+ gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa irratti anaa wajjin waan hirmaattaniif garaa koo keessa jirtu; kanaan kan kaʼes, hunda keessan ilaalchisee kana yaaduun koo sirrii dha.