LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaan kan kaʼes ani Phaawulos, inni isin warra saboota kaan keessaa dhuftaniif jedhee Kiristoos Yesuusiif hidhamee jiru,+

  • Filiphisiyus 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo+ waardiyyoota mootii Roomaa hundaa fi warra kaan hunda biratti akka gaariitti beekameera.+

  • Qolosaayis 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kun nagaa koo isa ani Phaawulos harkuma kootiin barreesse dha.+ Funcaadhaan hidhamee akkan jiru+ yaadadhaa. Gaarummaa guddaan isinii wajjin haa taʼu.

  • 2 Ximotewos 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuuttis taʼe ana isa isaaf jedhee hidhamee jirutti hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, humna Waaqayyootti amanamuudhaan+ atis gama keetiin rakkina misiraachichaan kan kaʼe si irra gaʼu dandaʼi.+

  • Fiilmoon 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yeroon misiraachichaaf jedhee hidhamee jirutti,+ bakka kee buʼee akka na tajaajiluuf of biratti utuun isa hambifadhee natti tola ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi