-
Efesoon 6:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Iccitii qulqulluu misiraachichaa beeksisuu irratti ija jabinaan dubbachuu akkan dandaʼutti, yommuun afaan koo saaqqadhu wanti ani dubbadhu akka naaf kennamu anaafis kadhadhaa;+ 20 misiraachoo kanaaf ambaasaaddara+ taʼee funcaadhaan hidhamee waanan jiruuf, akkan dubbachuu qabutti ija jabinaan waaʼee isaa dubbachuu akkan dandaʼu anaaf kadhadhaa.
-