LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Nuti garuu lammiilee+ samii ti;+ fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis Gooftaa Yesuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna;+

  • Filiphisiyus 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dhuma irrattis yaa obbolootaa, wanta dhugaa taʼe hunda, wanta ulfina qabu hunda, wanta qajeelaa taʼe hunda, wanta qulqulluu taʼe hunda, wanta jaallatamaa taʼe hunda, wanta maqaa gaarii qabu hunda, wanta gaarii taʼe hundaa fi wanta galateeffamu hunda, eeyyee, wantoota kana yaaduu* keessan itti fufaa.+

  • 1 Pheexiros 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, sammuu keessan hojiidhaaf qopheessaa;+ dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa;+ abdii keessan gaarummaa guddaa yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatu isiniif kennamu sana irra kaaʼadhaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi