Qolosaayis 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi; 1 Pheexiros 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.
10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi;
12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.