LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 15:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Akkuma hundi isaanii karaa Addaam duʼan,+ hundi isaanii karaa Kiristoos ni jiraachifamu.+ 23 Haa taʼu malee, hundi isaanii dabaree isaaniitiin duʼaa kaafamu: Inni jalqabaa* Kiristoosi;+ achiis yeroo inni argamutti warra kan Kiristoos taʼantu kaafama.+

  • Filiphisiyus 3:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Nuti garuu lammiilee+ samii ti;+ fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis Gooftaa Yesuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna;+ 21 inni humna isaa isa guddaa wantoonni hundi akka isaaf bitaman godhuun, qaama isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf+ qaama keenya isa dadhabaa ni jijjiira.+

  • 2 Tasalonqee 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Haa taʼu malee yaa obbolootaa, argama Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii+ fi gara isaatti walitti qabamuu keenya+ ilaalchisee, kana isin kadhanna:

  • Mulʼata 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis teessoowwan nan arge, warri isaan irra taaʼanis akka murteessaniif aangoon isaaniif ni kenname. Eeyyee, lubbuu* warra Yesuusiif waan dhugaa baʼaniif, akkasumas waaʼee Waaqayyoo waan dubbataniif ajjeefamanii,* lubbuu warra bineensicha yookiin bifa fakkeenyaa isaa hin waaqeffannee, akkasumas mallattoo bineensichaa adda isaanii fi harka isaanii irratti hin fudhannee nan arge.+ Isaan gara jireenyaatti deebiʼanii mootota taʼanii Kiristoosii wajjin waggaa 1,000f bulchan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi