Roomaa 8:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kana malees, warra dursee murteesse+ ni waame;+ warra waame kanas qajeelota jedhe.+ Dhuma irratti warra qajeelota jedhee waame kanaaf ulfinas ni kenne.+
30 Kana malees, warra dursee murteesse+ ni waame;+ warra waame kanas qajeelota jedhe.+ Dhuma irratti warra qajeelota jedhee waame kanaaf ulfinas ni kenne.+