-
1 Qorontos 11:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Duraan dursee yommuu gumii keessatti walitti qabamtan wal qoqqooduun gidduu keessan akka jiru dhagaʼeera; anis kun dhugaa taʼuu isaa hamma tokko nan amana. 19 Isin keessaa warri fudhatama qaban adda baafamanii akka beekamaniif, gareewwan amantii isin gidduudhaa akka kaʼan beekamaa dha.+
-