LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa;+ 10 yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama* yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa;+ sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.+

  • 1 Qorontos 9:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yookiin wanta ittiin jiraannu argachuuf jecha hojii hojjechuu dhiisuuf mirga kan hin qabne anaa fi Barnaabaas+ qofa dhaa? 7 Loltuun baasii mataa isaatiin tajaajilu jiraa? Muka wayinii dhaabee firii isaa kan hin nyaanne eenyu?+ Yookiin horii tiksee aannan isaa irraa kan hin dhugne eenyu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi