LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Nama hin gowwoomsin,+ akkasumas hin saamin.+ Mindaa nama mindeeffamee hojjetu tokkoo hamma ganamaatti of bira hin bulchin.+

  • Maatewos 10:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa sabbata keessanitti hin gudunfatinaa;+ 10 yookiin karaadhaaf korojoo nyaataa yookiin uffata lama* yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa;+ sababiin isaas, namni hojjetu wanta nyaatu argachuu qaba.+

  • Luqaas 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namni hojjetu mindaa isaa argachuu waan qabuuf,+ wanta isaan isiniif dhiheessan nyaachaa+ fi dhugaa manuma sana keessa turaa.+ Mana isa tokkoo gara isa kan biraatti hin jijjiirratinaa.

  • Galaatiyaa 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana malees, namni dubbicha barachaa* jiru hundi, isa barumsa* akkasii isaaf kennuu wajjin wanta gaarii hunda haa hirmaatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi