15 Haa taʼu malee, Waaqayyo inni akkan dhaladhu godhee fi karaa gaarummaa isaa isa guddaa+ na waame sun, 16 misiraachoo waaʼee isaa ibsu sabootaaf lallabuudhaan+ Ilma isaa karaa koo mulʼisuun gaarii taʼee yommuu isatti mulʼatetti, ani yeruma sana nama tokkoo wajjin illee hin mariʼanne;