LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 15:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dadhabbiin keessan gatii kan hin qabne akka hin taane beekuudhaan+ jabaadhaa dhaabbadhaa,+ hin sochoʼinaa, yeroo hunda hojiin Gooftaa kan isiniif baayʼate taʼaa.+

  • Qolosaayis 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 kun taʼuu kan dandaʼu garuu, abdii misiraachichaa isa dhageessanii fi uumama samiidhaa gad jiru hundatti lallabame+ sana irraa utuu asii fi achi hin jedhin buʼuura sana irratti ciminaan ijaaramtanii+ fi jabaattanii dhaabbattanii+ amantiidhaan jiraachuu+ keessan yoo itti fuftani dha. Ani Phaawulos misiraachoo kanaaf tajaajilaa taʼeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi