Maatewos 10:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 “Kanaafuu, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, anis Abbaa koo isa samii duratti dhugaa isaaf nan baʼa.+ 1 Qorontos 15:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dadhabbiin keessan gatii kan hin qabne akka hin taane beekuudhaan+ jabaadhaa dhaabbadhaa,+ hin sochoʼinaa, yeroo hunda hojiin Gooftaa kan isiniif baayʼate taʼaa.+
32 “Kanaafuu, nama namoota duratti dhugaa anaaf baʼu+ hundumaatiif, anis Abbaa koo isa samii duratti dhugaa isaaf nan baʼa.+
58 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, Gooftaa wajjin haala wal qabateen, dadhabbiin keessan gatii kan hin qabne akka hin taane beekuudhaan+ jabaadhaa dhaabbadhaa,+ hin sochoʼinaa, yeroo hunda hojiin Gooftaa kan isiniif baayʼate taʼaa.+