4 Akka isa yaadattuuf namni duʼu maali dha?
Akka isa kunuunsituufis ilmi namaa maali dha?+
5 Ati warra akka waaqaa taʼan irra xinnuma isa xiqqeessite,
Ulfinaa fi simboos isa gonfachiiste.
6 Hojiiwwan harka keetii irratti ol aantummaa isaaf ni kennite;+
Wanta hundumaas miila isaa jala isaaf ni galchite.