Abbootii Murtii 16:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yeroo kanatti Saamson,+ “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, maaloo, na yaadadhu; yaa Waaqayyo, ija koo lamaan+ keessaa isa tokkoof Filisxeemota haaloo akkan baʼuuf, maaloo, ammumaaf qofa na jabeessi”+ jedhee gara Yihowaatti iyyate. 1 Mootota 18:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Haa taʼu malee, harki Yihowaa Eeliyaas irratti ni dhufe; innis uffata isaa maree mudhii isaatti suuqqachuudhaan* hamma Yezriʼel gaʼutti Ahaab dura buʼee fiige.
28 Yeroo kanatti Saamson,+ “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, maaloo, na yaadadhu; yaa Waaqayyo, ija koo lamaan+ keessaa isa tokkoof Filisxeemota haaloo akkan baʼuuf, maaloo, ammumaaf qofa na jabeessi”+ jedhee gara Yihowaatti iyyate.
46 Haa taʼu malee, harki Yihowaa Eeliyaas irratti ni dhufe; innis uffata isaa maree mudhii isaatti suuqqachuudhaan* hamma Yezriʼel gaʼutti Ahaab dura buʼee fiige.