20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini; 21 kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baʼee,+ bilisummaa ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.