Ibroota 7:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa. Mulʼata 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jabaadhee dhaabbachuu+ koo ilaalchisee wanta dhageesse waan eegdeef,* anis saʼaatii qorumsaa isa warra lafa irra jiraatan qoruuf namoota guutummaa lafaa irra jiraatan irratti dhufu sana irraa sin eega.+
25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa.
10 Jabaadhee dhaabbachuu+ koo ilaalchisee wanta dhageesse waan eegdeef,* anis saʼaatii qorumsaa isa warra lafa irra jiraatan qoruuf namoota guutummaa lafaa irra jiraatan irratti dhufu sana irraa sin eega.+