LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 12:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Garbichi fedhii gooftaa isaa hubatee qophaaʼaa hin taane yookiin wanta inni isa gaafatu* hin hojjenne sun siʼa baayʼee garafama.+

  • Yohaannis 9:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Yesuusis, “Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu isinitti hin taʼu ture. Amma garuu, ‘Ni argina’ jettu. Kanaafuu, cubbuun keessan isiniif hin dhiifamu”+ isaaniin jedhe.

  • Yohaannis 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani dhufee utuu isaanitti hin himne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture.+ Amma garuu cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi