Isaayyaas 53:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni garuu yakka keenyaaf ni waraaname;+Balleessaa keenyaafis ni caccabsame.+ Nagaa nuuf argamsiisuuf jedhee adaba ni baate,+Madaa isaatiin kan kaʼes nuti ni fayyine.+
5 Inni garuu yakka keenyaaf ni waraaname;+Balleessaa keenyaafis ni caccabsame.+ Nagaa nuuf argamsiisuuf jedhee adaba ni baate,+Madaa isaatiin kan kaʼes nuti ni fayyine.+