LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ariʼataman+ gammadoo dha; Mootummaan samii kan isaanii ti.

  • Hojii Ergamootaa 5:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kanaafuu, isaan maqaa isaatiif jedhanii salphifamuu akka ulfinaatti lakkaaʼanii gammadaa+ yaaʼii Saanhedriin duraa baʼan.

  • 1 Pheexiros 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Maqaa Kiristoosiif jettanii yoo arrabsamtan isin gammadoo dha;+ sababiin isaas hafuurri ulfinaa, eeyyee, hafuurri Waaqayyoo isin irra ni buufata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi