1 Yohaannis 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Namni ifa keessa akka jiru dubbachaa obboleessa isaa jibbu+ amma iyyuu dukkana keessa jira.+ Mulʼata 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Ati, “Ani sooressa dha,+ qabeenya hedduus qaba, wanti tokko illee matumaa na hin barbaachisu” kan jettu taʼus, deegaa, rakkataa, hiyyeessa, jaamaa fi qullaa taʼuu kee waan hin beekneef,
17 Ati, “Ani sooressa dha,+ qabeenya hedduus qaba, wanti tokko illee matumaa na hin barbaachisu” kan jettu taʼus, deegaa, rakkataa, hiyyeessa, jaamaa fi qullaa taʼuu kee waan hin beekneef,