LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 22:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 akkuma Abbaan koo anaa wajjin kakuu gale, anis isinii wajjin kakuu mootummaa nan gala;+ 30 kunis Mootummaa koo keessatti maaddii koo irraa akka nyaattanii fi akka dhugdan,+ akkasumas teessoowwan irra teessanii+ gosoota Israaʼel 12n irratti akka murteessitaniifi.+

  • Yohaannis 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taʼuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.+

  • Galaatiyaa 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, isin kan Kiristoos yoo taatan, dhuguma sanyii Abrahaam+ warra waadaa isaaf galame+ dhaaltani dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi