LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yihudaa 12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni kun affeerraa jaalalaa keessan irratti argamanii yommuu isinii wajjin nyaatan akkuma dhagoota bishaan keessa jiranii ti;+ isaan tiksitoota sodaa malee of soorani dha;+ duumessoota bokkaa hin qabnee fi bubbeedhaan asii fi achi oofamani dha;+ akkasumas mukeetii yeroo firii godhachuu qabanitti firii hin godhannee fi siʼa lama* duʼanii hundee isaaniitii buqqifamani dha; 13 akkuma dhaʼaan galaanaa cimaan hoomacha baasutti gocha isaanii isa qaanessaa gad baasu;+ isaan urjiilee asii fi achi jooranii fi dukkanni cimaan bara baraaf isaan eeggatu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi