LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 6:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sababiin isaas, warra yeroo tokko ifni isaaniif ife,+ warra kennaa tolaa isa samii irraa dhandhamatan, warra hafuura qulqulluu fudhatan, 5 akkasumas warra dubbii Waaqayyoo isa gaarii fi humnoota sirna* dhufu sanaa dhandhamatanii turan, 6 garuu immoo amantii irraa garagalan,+ deebiʼanii yaada akka geddaratan kakaasuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, isaan ofii isaaniitiif Ilma Waaqayyoo lammata muka irratti fannisu, akkasumas uummata duratti isa salphisu.+

  • Mulʼata 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, warri sodaatan, warri amantii hin qabne,+ warri xurii isaaniitiin balfamoo taʼan, warri nama ajjeesan,+ warri halaleen,*+ warri gocha hafuurota hamoo raawwatan, warri waaqolii tolfamoo waaqeffatanii fi warri sobduun+ hundi qoodni isaanii haroo ibiddaa dinyiidhaan bobaʼu keessatti gatamuu dha.+ Kun duʼa isa lammaffaa argisiisa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi