LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yesuusis deebisee, “Dhuguma dhuguman siin jedha, eenyu iyyuu lammata yoo dhalate*+ malee, Mootummaa Waaqayyoo arguu hin dandaʼu”+ isaan jedhe.

  • 1 Pheexiros 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiif galanni haa taʼu; inni gara laafina isaa isa guddaadhaan, karaa duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoos+ abdii jiraataa+ taʼeef akka haaraatti akka dhalannu godheera;+

  • 1 Pheexiros 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isin karaa dubbii Waaqa isa jiraataa taʼee fi yeroo hundumaa jiraatuun,+ akka haaraatti kan dhalattan,+ sanyii tortoruun utuu hin taʼin sanyii hin tortorreen*+ ture.

  • 1 Yohaannis 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namni Waaqayyo irraa dhalate hundi cubbuu hojjechuu hin amaleeffatu;+ sababiin isaas, namni akkasii sanyiin* Waaqayyoo isa keessa waan jiraatuu fi inni Waaqayyo irraa waan dhalateef+ cubbuu hojjechuu amaleeffachuu hin dandaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi