LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warra hin amannee wajjin gita malee walitti hin camadaminaa.*+ Qajeelinnii fi jalʼinni tokkummaa maalii qaba?+ Yookiin ifnii fi dukkanni maal wal irraa qaba?+

  • Efesoon 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;

  • Tiitoo 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Waaqa akka beekan ifatti dubbatu, hojii isaaniitiin garuu isa ganu;+ sababiin isaas, isaan jibbisiisoo, kan hin ajajamnee fi hojii gaarii kamiif iyyuu gaʼumsa kan hin qabne dha.

  • 1 Yohaannis 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Namni, “Ani isa beeka” jechaa ajajawwan isaa hin eegne sobduu dha, dhugaanis nama kana keessa hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi