LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Akka isin wal jaallattaniif ajaja haaraa isiniif nan kenna; akkuman isin jaalladhe,+ isinis wal jaalladhaa.+

  • Yohaannis 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ajajni koo kana dha: Akkuman isin jaalladhe isinis wal jaalladhaa.+

  • 1 Pheexiros 4:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Hunda caalaa immoo, jaalala guddaa waliif qabaadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli cubbuu hedduu ni haguuga.+

  • 1 Yohaannis 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Obboloota jaallatamo, kanan isiniif barreessu ajaja haaraa miti; kanaa mannaa, ajaja durii isa isin jalqabumaa kaasee qabdani dha.+ Ajajni durii kunis dubbicha isa dhageessan sana dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi