-
Yohaannis 15:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Namni kam iyyuu anaa wajjin tokkummaadhaan hin jiraatu taanaan akkuma damee tokkoo gad gatama, achiis ni goga. Namoonnis dameewwan sana walitti qabanii ibiddatti naqu; dameewwan sunis ni gubatu.
-