Roomaa 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa. 1 Pheexiros 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanta hamaa irraa deebiʼee+ wanta gaarii haa raawwatu;+ nagaa haa barbaadu, duukaas haa buʼu.+
9 Jaalalli keessan fakkeessaa kan hin qabne haa taʼu.+ Wanta hamaa jibbaa;+ wanta gaariitti maxxanaa.