-
Amoos 3:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan iccitii isaa raajota warra tajaajiltoota isaa taʼanitti utuu hin mulʼisin
Waan tokko illee hin raawwatu.+
-
-
Mulʼata 7:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Hamma nuti adda garboota Waaqa keenyaa irratti chaappaa goonutti+ lafa yookiin galaana yookiin mukeetii hin miidhinaa” jedhe.+
4 Lakkoofsa warra chaappaan itti godhame sanaa nan dhagaʼe; lakkoofsi isaanii 144,000+ yeroo taʼu, chaappaan kan itti godhames tokkoon tokkoon gosoota ilmaan Israaʼel+ keessaa ture:
-