-
Yohaannis 21:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Pheexiros duubatti garagalee barataan inni Yesuus jaallatu+ utuu isaan duukaa buʼuu arge; barataan kun isa irbaata irratti qoma Yesuusitti siqee, “Yaa Gooftaa, inni dabarsee si kennu eenyu?” jedhee ture sana dha.
-