7 “Maleekaa gumii Filaadelfiyaatiif akkana jedhii barreessi: Inni qulqulluun,+ inni dhugaan,+ inni furtuu Daawit+ qabu, inni isa inni banu namni tokko illee cufuu hin dandeenyee fi isa inni cufu namni tokko illee banuu hin dandeenye sun akkana jedha: